Aqiidaa ahlussunnaa wal jamaa’ah

Aqiidaa ahlussunnaa wal jamaa’ah

globe icon All Languages

Description

kitaaba kana keessatti barnoota bu’ura aqiidaa sirrooftuu muslimtootaattu ibsame.waayee towhiida Rabbiitii fii maqaleefii sifaata isaa keessatti ibsa guddaa qaba. Ragaalee qur’aanaafii hadiisaarratti hundaawuudhaan.